John 6:70 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus deebisee, “Isin kudhanii lamaan ka file anaa motii? Te'uu malee isin keessaa tokko Seexana” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan worraani jed'e, Anini isani kud'ani lama imfohanne? Ammo isani keesa Sheet'ana tokoti jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yesus, “Anin isanii kudhanii lamaan hinfoohannee? Isan keessaa ammoo tokko Sheexan” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuusillee, «Ani kudha lamaan keessanii mii ka filadhe? isin keessaa tokko daabiloos» jedhee isaanii deebise.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee, «Ani kudha lamaan keessanii mii ka filadhe? isin keessaa tokko daabiloos» jedhee isaanii deebise.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee, «Isin kudha lamaan keessan isin filadhee jiraa mitii? Garuu isin keessaa tokkochi sheexana!» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus deebisee, «Isin kudhanii lamaan ka file anaa motii? Te'uu malee isin keessaa tokko Seexana» jedhe.