John 6:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Barattoota isaa keessaa, Indiryaasiin obboleessi Simoon Pheexroosii,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari isaa nami toko Andareani, oboleesa Simoni Petro waan jed'eeni,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jarii isaa keessaa namii tokko Indriiyaas obboleessa Simoon Phexros dubbatee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Darasoota keessaa tokko obboleessi Simoonii Pheexroos Indiriyaas,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Darasoota keessaa tokko obboleessi Simi'oon Pheexroos Indiriyaas,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Barattoota isaa keessaa tokko, obboleessi Simoon Phexirosii Indriyaas akkana ni jedhe,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barattoota isaa keessaa, Indiryaasiin obboleessi Simoon Pheexroosii,