John 7:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Jila irratti Yihudooti baallii qabanu isa barbaadanee, “Inni eessa jira?” jedhanee gaafatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yahudiini jila keesa isa barbaadde waan jette, Inni me?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yihudiin, “Innii mee” jettee jila keessa isa barbaadde.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yihuudonnillee, «Inni eessa jira?» jedha'aa Ayyaana irratti soqa'aa turan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yihuudonnillee, «Inni eessa jira?» jedha'aa Ayyaana irratti soqa'aa turan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ayyaanicha irratti'llee, «Inni eessa jira?» jedha'aa, Yihudonni ni barbaadaniin ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jila irratti Yihudooti baallii qabanu isa barbaadanee, «Inni eessa jira?» jedhanee gaafatane.