John 7:13 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ammoo Yihudoota baallii qabanu waan sodaataneef, eennulle marroo isaa mudhi'iin hin dubbane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo nami diideese waan isaa dubbatu injiru, waan Yahudi sodaataniifi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo waan Yihudii sodaataniif namii tokkolleen ka diideesee waan isaa dubbate hinjiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo, Yihuudota waan sodaataniif eennullee waan isaa addaataa hin dubbatu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo, Yihuudota waan sodaataniif eennullee waan isaa addaataa hin dubbatu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Haa ta'u malee namoota worra Yihudotaa ka aangoo qaban sodaachu'uun, eennu'llee waayee isaa ifatti hin dubbanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo Yihudoota baallii qabanu waan sodaataneef, eennulle marroo isaa mudhi'iin hin dubbanne.
Recommended Reading