John 7:15 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yihudooti baallii qabanu guddoo maalalanee, “Namichi kun adoo hin baratin attam akka malee wo beeka?” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yahudiini mamte waan jette, Kunini qarooma kana eesaa argate, ka nami imbarsiisiini?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yihudiin mamtee, “Namii kunin qarooma kana eessaa argate, ka namii hinbarsiisiin?” jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yihuudonni, «Namni kun uduu hin baranne attamitti kitaabbilee beeka?» Jedha'aa maalalfatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yihuudonnillee, «Namni kun uduu hin baranne kitaabbilee attamitti beeka?» Jedha'aa maalalfatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yihudonni'llee, «Naminni kun uduu hin baratin kana mara attamitti beeku'uuf dandda'e?» jedha'aa, ni maalalffatan ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yihudooti baallii qabanu guddoo maalalanee, «Namichi kun adoo hin baratin attam akka malee wo beeka?» jedhane.