John 7:2 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Jilti Yihudootaa ta jila Gose'ee jedhantu dhikaarteertuun,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
jilti Yahudi ta Hoosa jed'ani d'iaatte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
jiltii Yihudii ta Hoosa jedhan dhi'aannaan,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ayyaanni Yihuudotaa ka daasee keessatti kabajjan dhiyaatee ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ayyaanni Yihuudotaa ka daasee keessatti kabajjan dhiyaatee ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti'llee ayyaanni Yihudotaa ka daase'ee dhiyaatee jira ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jilti Yihudootaa ta jila Gose'ee jedhantu dhikaatteertuun,