John 7:20 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Gumiin deebittee, “Ati durriisa ifi keessaa qadda! Eentu si ijjeesiisaaf barbaadiisatti jira?” jetteen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Biyyiti waan jetteeni, Atini jinni qabda! Eentu si ijeesu fed'a?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Biyyitii deebichee, “Atin jinnii qabdaa! Eentu si ijjeesuu fedha?” jetteen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin deebisee, «Jinnii qabda! Eentu si ajjeesuu barbaada?» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Baniin deebisee, «Jinnii qabda! Eentu si ajjeesuu barbaada?» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ummanni'llee, «Ati sheexanatu si keessa jira, ennutuu si ajjeesu'uuf barbaada?» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gumiin deebittee, «Ati durriisa ifi keessaa qadda! Eentu si ijjeesiisaaf barbaadiisatti jira?» jetteen.

Recommended Reading