John 7:23 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Seerri Muuse'ee akka hin banneef, guyyaa Sanbataatiin ilma tokko haqanqabaa yoo ka qabanu te'e, maaf guyyaa Sanbataatiin ani nama tokko guutuma guutu'utti waan fayyiseef anatti aartan?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo nami guyya Sabato qabanqaba qabate, aka aada Musa inch'absine, isani maafi nati dalantani, waan anini nama toko guyya Sabato aka dansa fayyiseefi?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii yo akka aadaa Musee hincabsine, guyyaa Sambataa dhaqaanqabaa qabatee, isan maaf natti dallantan, waan anin nama tokko guyyaa Sambataa akka dansaa fayyiseef?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni Sambataan gadoome yoo seera Muuse'ee hin diinne, Ani Sambataan nafa namaa guutuu fayyise'eef naan loltanii?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namni Sambataan gadoome yoo seera Muusee hin dinee, Ani Sambataan nafa namaa guutuu fayyise'eef naan loltanii?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa, karaa Muse'eetiin naamufnni kenname akka hin diigamnneef, guyyaa Sanbbataatiin naminni ka gadoomu yoo ta'e, eegasuu, ani guyyaa Sanbbataatiin guutummaa namaa fayyisuu kiyyaan, waayee maali'iitiif dallanttan ree?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Seerri Muuse'ee akka hin banneef, guyyaa Sanbataatiin ilma tokko haqanqabaa yoo ka qabanu te'e, maaf guyyaa Sanbataatiin ani nama tokko guutuma guutu'utti waan fayyiseef natti aartan?