John 7:24 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Muraa dhuga'aa mura'a malee, fuula ilaaltanee muruu lakkisa'a” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama nafa laaltani inqorina, ammo d'uga gula qora.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nafa namaa laaltanii hinmurinaa, ammoo dhugaa gula muraa” jedhe. Akka warrii Yesus Kiristoo moo? jedhee gaafate
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fuula namaa laala'aa murteessuu dhiisaa'a; murtii qajeelaa murteessaa'a.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Fuula namaa laalaa murteessuu dhiisaa'a, murtii qajeelaa murteessaa'a.»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Murtii dhuga'aa murteessaa malee, fuula namaa laalttanii dalo'oon hin murtteesinaa» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muraa dhuga'aa mura'a malee, fuula ilaaltanee muruu lakkisa'a» jedhe.