John 7:25 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Kolbaan Yerusaalemii gariin, “Namichi kun ka isaan ijjeesiisaaf barbaadanuu motii?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Yerusalemu ka gari waan jed'eeni, Namichi worri ijeesu fed'u kanayu?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii Yerusaalemii ka garii, “Namichii warrii ijjeesuu fedhu kanaayyuu?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu namoonni Yerusaalemii gariin akkana jedhan, «Ka ajjeesu'uuf soqa'aaran kanaamii?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaafuu namoonni Yeruusaaleemii gari gariin akkana jedhan, «Ka ajjeesu'uuf soqa'aaran kanaamii?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoota Yerusaalemii keessaa tokko tokkoon isaanii akkana ni jedhan, «Naminni isa ajjeesu'uuf barbaadaniin kanaa mitii ree?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan Yerusaalemii gariin, «Namichi kun ka isaan ijjeesiisaaf barbaadanuu motii?