John 7:26 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ilaala'a! Inni badhinumatti dubbatiisatti jira; isaan isa mormanee womaa hin jenne! Worri baallii qabu akka inni Masiihii te'e dhugumaan beekanee jiraatanuu?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo, me ilaala, inni diideese hima, worri woma isaani injed'u. Jari gugurdaani dandae aka inni Kristo imbeekha?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo, mee laalaa, innii diideese himaa, warrii homaa isaaniin hinjedhuu, jarii gugurdaan akka innii dhuguma Kiristoo danda'ee inbeekaa?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunoo addaataa dubbata'aara isaan ammo isaan womaa hin jenne. Bulchoonni namni kun dhuga'aan Kiristoosiin akka ta'e beekinnuu?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kunoo addaataa dubbata'aara isaan ammoo isaan womaa hin jenne. Bulchoonni namni kun dhuga'aan Kiristoosiin akka ta'e beekinnuu?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kunoo, inni ifatti ni dubbata, isaan'llee womaayyuu hin jenneen, naminni kun Masihii ta'uu isaa namoonni aangoo qaban, dhugamaanuu beekaniinii jiraatanii laata?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilaala'a! Inni badhinumatti dubbatiisatti jira; isaan isa mormanee womaa hin jenne! Worri baallii qabu akka inni Masiihii te'e dhugumaan beekanee jiraatanuu?