John 7:29 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
ani ammoo isa biraa waan dhufee fi inni waan ana ergeef isa hin beeka” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini isa imbeekha, waan ani fulla isaati d'ufe, inni na ergeefi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin waan innii na ergee, fulaa isaattii dhufeef isa inbeeka” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Laagaa ufii ol fudhatee ani isa biraa dhufe, inni waan na ergeef ani isa hin beeka» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Laagaa isaa ol fudhatee ani isa biraa dhufe, inni waan na ergeef ani isa hin beeka» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ani garuu isa biraa waan dhufee fi inni'llee waan ana ergeef, ni beekaan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ani ammoo isa biraa waan dhufee fi inni waan na ergeef isa hin beeka» jedhe.