John 7:30 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba isaan isa qabiisaaf barbaadane; ammoo yennaan isaa waan hin geyiniif eennulle harkaan isa hin tundhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani worri waan isaani qabani barbaade, ammo nami tokoleeni harkaani isa intunne waan guyyaani isaa ingayiniifi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan warrii isaa qabu barbaade; ammoo waan guyyaan isaa hin gayiiniif namii tokkolleen harkaan isa hintundhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf isa qabu'uuf soqa'aa turan. Haa ta'uu ammo hennaan waan hin geenneef eennullee harkaan isa hin tundhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaaf isa qabu'uuf soqa'aa turan. Haata'uu ammoo hennaan waan hin geenneef eennullee harkaan isa hin tundhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti qabu'uuniif barbaadanii turan, garuu yeroon amma'llee waan hin gayiniif, eennu'llee isa hin qabnneen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba isaan isa qabiisaaf barbaadane; ammoo yennaan isaa waan hin geyiniif eennulle harkaan isa hin tundhe.