John 7:31 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Gumii san keessaa hedduun isatti dhugeeffatanee, “Masiihiin yennaa dhufu, bilbaasa namichi kun godhe caalaa inni bilbaasa hin godhaa laati?” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo gumi keesa nami hedduuni d'ugefate waan jed'e, Yo Kristoni d'ufe, akheekha d'ibi ka nami kuni tolche ira tolcha?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gumii keessaa namii hedduun dhugeeffatee, “Kiristoon yo dhufe, akeeka namichii kun tolche caalaa ka dhibii tolchaa?” jedhe. Akka warrii waraanaa Yesus qabu dhufe
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Banii keessaa namoonni hedduu waan itti amananiif, «Kiristoos hennaa dhufe, maalalee kun godhe caalaa godha?» jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Banii keessaa namoonni heddu waan itti amananiif, «Kiristoos hennaa dhufe, maalalee kun godhe caalaa godha?» jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ta'u'llee ummata keessaa baayi'eewwan isatti ni amanan, akkana'llee ni jedhan, «Masihiin yeroo dhufutti naminni kun baasota taasisee ka caalu, ni taasisaa ree?» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gumii san keessaa hedduun isatti dhugeeffatanee, «Masiihiin yennaa dhufu, bilbaasa namichi kun godhe caalaa inni bilbaasa hin godhaa laati?» jedhane.