John 7:32 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Fariisaayoti gumiin waan kana marroo Yesuusii hasaasanuun dhageettee, moototi hayyootaatii fi Fariisaayoti Yesuus qabiisaaf eedduu Galma Waaqaa itti ergane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Farisayooni gumi waan kana gungumtu d'ageete jennaani qaalole gugurdo woliini askarti isa qabdu ergite.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Fariisotii gumii waan kana gungumtu dhageettee jennaan qaallolee gugurddoo waliin warra waraanaa ka isa qabuu ergite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fariisonni baniin waan isaa akka guunguma'aaran dhagayan. Kanaaf bulchaan gadootaatii fi Fariisonni isa qabu'uuf eedduu mana woyyu'uu itti ergan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Fariisonni baniin waan isaa akka guunguma'aaran dhagayan. Bulchaan gadootaatii fi Fariisonni isa qabu'uuf eedduu mana woyyu'uu itti ergan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoonni waayee Yesusii hasaassi'iin yoo dubbatan Fariisonni ni dhagayan, kanaaf itti gaafatamoota qeesotaatii fi Fariisonni Yesusiin qabu'uuf, wordiyyoota Mana Waaqeffanna'aa ni ergan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Fariisaayoti gumiin waan kana marroo Yesuusii hasaasanuun dhageettee, sooreyyiin hayyootaatii fi Fariisaayoti Yesuus qabiisaaf eedduu Galma Waaqaa itti ergane.

Recommended Reading