John 7:33 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus, “Ani yennaa gabaadduu calla'aaf isin woliin jiraadhee, achiin duuba gara ka na ergee hin deema.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan jed'e, Bulti diqo toko ch'alla isani woliini jira, eegi suni gara nama na erge gala.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus, “Anin bultii diqqoo tokko callaa isan waliin jira, achiin duuba gara nama na ergee gala.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuusillee, «Amma hennama diqqoo isin woliin tura, achiin maayessa gara ka ana ergee deema, na soxxan ammo na hin argitan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee, «Amma hennama diqqoo isin woliin tura, achiin maayessa gara ka na ergee deema, na soxxan ammoo na hin argitan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti Yesus akkana ni jedhe, «Isiniin woliin yeroo muraasaaf ni tura, saniin duubatti gara ka ana ergee ni deema,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus, «Ani yennaa gabaadduu calla'aaf isin woliin jiraadhee, achiin duuba gara ka na ergee hin deema.