John 7:36 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
‘Isin ana hin barbaaddan; ammoo ana hin dhaggittanu; addee ani jirulle, isin dhufuu hin dandeettanu’ jechuun maan jechuu isaa ti?” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbini inni, Na barbaaddani ammo na inargitani, ammalle fulla ani jiru isani dandeetani ind'uftani jed'e tuni maani?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dubbiin innii, ‘Na barbaaddanii ammoo na hinargitan, ammallee fulaa anin jiru isan dandeettanii hindhuftan’ jedhe tun maan?” jettee walgaafatte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee, ‹Na soxxan, ammo na hin argitan, gara ani jirullee dhufuu hin dandeettan› jechi jedhu kun maali'i?» jedha'aa woliin qaaqan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee, ‹Na soxxan, ammoo na hin argitan, gara ani jirullee dhufuu hin dandeettan› jechi jedhu kun maali'i?» jedha'aa woliin qaaqan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
‹Ana ni barbaadan, garuu ana hin argattan, gara ani jiru'llee isin dhufu'uuf hin danddeettan› yoo jedhu, maal jechuu isaati?»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
‹Isin na hin barbaaddan; ammoo na hin dhaggittanu; addee ani jirulle, isin dhufuu hin dandeettanu› jechuun maan jechuu isaa ti?» jedhane.