John 7:37 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Guyyaa muummeffata jilaa, guyyaa guddaa Yesuus ol ka'ee qoonqoo guddo'oon, “Nami dheebote yoo jiraate gara kiyya dhufee unuu ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya eege, ka jila suni jaba, Yesoni olejate lalabe waan jed'e, Nami yo d'eebote, gara kiyya d'ufe bisaani ha d'ugu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Guyyaa eegee ka jilaa sunii jabaa, Yesus olejee lallabee, “Namii yo dheebote, gara kiyya dhufe bisaan ha dhuguu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa guddaa gaafa dhuma ayyaanaa Yesuus dhaabatee, «Eennullee ka dheebote yoo jiraate gara kiyya dhufee haa dhuguu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Guyyaa guddaa gaafa dhuma ayyaana Yesuus dhaabatee, «Eennullee ka dheebote yoo jiraate gara kiyya dhufee haa dhuguu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Muummee ayyaanaa ka ta'e guyyaa ol aana'aan Yesus dhaabateeti, qoonqqa isaa'llee ol fudhatee akkana ni jedhe, «Ka bishaan dheebote yoo jiraate gara kiyya dhufee haa dhugu,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa muummeffata jilaa, guyyaa guddaa Yesuus ol ka'ee qoonqoo guddo'oon, «Nami dheebote yoo jiraate gara kiyya dhufee unuu ti.