John 7:38 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Akkuma barrreeffam Woyyichi jedhe, ‘Ka anatti dhugeeffatu, maddi bisaan jiru'uu isa keessaa burqa’ ” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami na d'ugefatu, aka t'aafiini jettu, garaa isaa keesaa bisaani jireennati yaa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nama natti dhugeeffatu, akkuma barreessiin jettuu, ‘Garaa isaa keessaa bisaan jireennaatti yaa'a’ ” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
‹Ka anatti amanu akkuma kitaabni jedhe, bisaan laga jireennaatituu gara'aa burqa› » jedhee laagaa ol qabatee dubbate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
‹Ka anatti amanu akkuma kitaabni jedhe, bisaan laga jireennaatituu gara'aa burqa› » jedhee laagaa ol qabatee dubbate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
ka anatti amanu kitaabnni Qulqulluun akka jedhutti, burqqaan bishaan jireennaa keessa isaatii ni burqqa.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma barrreeffam Woyyichi jedhe, ‹Ka natti dhugeeffatu, maddi bisaan jiru'uu isa keessaa burqa› » jedhe.