John 7:4 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Eennulle guddoo beekkamuu yoo barbaade, waan hujatiisatti jiru hin dhossu. Ati hujii tana eega hujjee, biyya lafaatitti ifi mudhisi” jedhaneen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami tokoleeni ka wo d'ossaani tolchu injiru, yo aka nami beekhu fed'e. Yo atini waan kana tolchitu, biyya ufi garsiisi!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii tokkolleen yo akka namii beeku fedhee ka dhossaan wa hojjatuu hinjiru. Atin yo waan kana hojjatuu, biyya ufii garsiisi!” jedhaniin.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka uf mudhisuu barbaadu ka dhossa'atti hojjatu waan hin jirreef, yoo waan kanniin gootu adunyaa tanatti uf mudhisi» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka uf mudhisuu barbaadu ka dhossa'atti hojjatu waan hin jirreef, yoo waan kanniin gootu adunyaa tanatti uf mudhisi» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
ifatti beekkamu'uuf naminni barbaadu hujii isaa dhosa'aan hin raawwatu, ati'llee wonittoota kanniin mara yoo raawwattutti, mataa kee biyya lafaatiif muldhisuu si barbaachisa.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eennulle guddoo beekkamuu yoo barbaade, waan hujatiisatti jiru hin dhossu. Ati hujii tana eega hujjee, biyya lafaatitti ifi mudhisi» jedhaneen.