John 7:40 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Gumii san keessaa namooti gariin jecha isaa kana dhage'anee, “Namichi kun dhugumaan raagicha” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari gari gumi keesa dubbi tana d'ageennaani waan jed'e, Kunini d'uguma raaga baanani suni!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gumii keessaa namii garii dubbii tana dhageennaan, “Kunin dhuguma raaga baanaan sun!” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu banii keessaa namoonni hedduu dubbii kana haga dhagayan, «Inni dhugamaan raaga» jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaafuu banii keessaa namoonni hedduu dubbii kana haga dhagayan, «Inni dhugamaan raaga» jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf ummata keessaa tokko tokko dubbii kana yeroo dhagayanitti, «Ni dhufa nabiyyichi jedhame, dhugamaanuu kana!» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gumii san keessaa namooti gariin jecha isaa kana dhage'anee, «Namichi kun dhugumaan raagicha» jedhane.