John 7:41 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worri dhibiin, “Inni Masiihi” jedhane. Worri dhibiin ammoo, “Masiihiin Galiilaa irraa hin dhufaa?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ka gari waan jed'e, Kunini Kristo! Ammo kad'ibiini waan jed'e, Kristoni Galilaya keesati ind'alatu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ka garii ammoo, “Kunin Kiristoo!” jedhee, ka dhibiin, “Kiristoon Galiilaa keessaa dhufaa?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kuuwwan, «Kiristoos» jedhan. Kuuwwan ammo, «Kiristoos dhuga'aan Galiila'aa dhufaa?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kuuwwan ammoo, «Kiristoos» jedhan. Kuuwwan ammoo, «Kiristoos dhuga'aan Galiila'aa dhufaa?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kuunniin, «Kun Masihi'i» jedhan. Kuunniin garuu, «Masihiin ka dhufu Galiila'aayyii ree?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri dhibiin, «Inni Masiihii» jedhane. Worri dhibiin ammoo, «Masiihiin Galiilaa irraa hin dhufaa?