John 7:42 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Barreeffam Woyyichi, Masiihiin sanyii mooticha Daawwitii keessaa, qachaa Daawwiti le'e, Beeteeleem keessatti dhalata jedhaa motii?” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
T'aafiini, Kristoni d'aloota Daudi keesaa baha, ammalle Bethlehemu, dira Daudi keesati d'alata jettiyu?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Barreessiin, Kiristoon dhaloota Daawitii keessaa ba'a, ammallee Betlihem, dira Daawtii keessatti dhalata jettiiyyuu?” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka Kiristoos fiixaa Daawitii keessaa dhalatuu fi akka inni Beeteliheemii qachaa Daawitiitii dhufu kitaabni hin dubbatuu?» jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akka Kiristoos fiixaa Daawitii keessaa dhalatuu fi akka inni Beeteliheemii qachaa Daawitiitii dhufu kitaabni hin dubbatuu?» jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Masihi'iin fiixaa Daawiitiitii keessaa akka dhalatuu fi magaalaa Daawiitii Beetlihemiin keessaa akka bayu, Kitaaba Qulqulluu keessatti barreeffamee hin jiruu ree» ni jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barreeffam Woyyichi, Masiihiin sanyii mooticha Daawitii keessaa, qachaa Daawiti le'e, Beeteelem keessatti dhalata jedhaa motii?» jedhane.