John 7:44 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Worri gariin isa qabiisaaf barbaade, ammoo eennulle isa harkaan hin tundhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ka gari sila isa qabu fed'a, ammo nami tokoleeni harkaani isa intunne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isaan keessaa namii garii silaa isa qabuu fedha, ammoo namii tokkolleen harkaan isa hintundhe. Warra gugurddaa Yihudii ka hindhugeeffanne
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan keessaallee gari gariin qabu'uunii barbaadan. Haa ta'uu ammo eennullee harkaan isa hin tundhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan keessaallee gari gariin qabuunii barbaadan. Haata'uu ammoo eennullee harkaan isa hin tundhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Tokko tokkoon isaanii isa qabu'uuf barbaadanii turan, garuu eennu'llee isa hin qabnne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri gariin isa qabiisaaf barbaade, ammoo eennulle isa harkaan hin tundhe.