John 7:45 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Eedduun Galma Waaqaa gara mootota hayyootaatii fi Fariisaayota yennaa deebi'anee dhaqane, “Isin maaf isa fidiisa dhaddane?” jedhanee eedduu Galma Waaqaa gaafatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba askartiini qaalole gugurdofi Farisayooti d'ufte. Worri waan askartiini jed'e, Maafi ind'ufiinaani?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan warrii waraanaa ka ergan kaan gara qaallolee gugurdootii fi Fariisotaatti deebi'e. Warrii ammoo, “Maaf hindhufnaan?” jedhee warra waraanaa gaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri mana sagadaa eegan gara bulchoota gadootaatii fi gara Fariisotaa hennaa deebi'anii dhufan Isaan, «Maaf isa fiduu diddan?» isaaniin jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worri mana sagadaa eegan gara bulchoota gadootaatiif fi gara Fariisotaa hennaa deebi'anii dhufan, Isaan, «Maaf isa fiduu diddan?» isaaniin jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti worddiyyaa eegiddonni gara worra Fariisotaa deebi'anii ni dhaqan, isaan'llee «Waayee maali'iitiif isa fudhuu dhabiddan?» isaaniin jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eedduun Galma Waaqaa gara sooreyyii hayyootaatii fi Fariisaayota yennaa deebi'anee dhaqane, «Isin maaf isa fidiisa dhaddane?» jedhanee eedduu Galma Waaqaa gaafatane.