John 7:46 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Eedduun Galma Waaqaa, “Akka namichi kun dubbate eennulle ijjumaa dubbattee hi beeku” jedhanee deebisane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Askartiini taani waan jetteeni, Nami tokoleeni ka aka isaa dubbatu injiru. Farisayooni waan jetteeni,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii waraanaa kaan, “Namii tokkolleen ka akka isaa dubbatu hinjiru” jedhee deebiseef.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeddoonni mana sagadaa sun, «Eennullee akka nama kanaa horomaa hin dubbanne» jedhanii deebisaniif.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eedoonni mana sagadaa sun, «Eennullee akka nama kanaa horomaa hin dubbanne» jedhanii deebisaniif.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Lolttoonni'llee, «Akka naminni kun dubbatutti eennu'llee dubbatee hin beeku» jechu'uun, ni deebisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eedduun Galma Waaqaa, «Akka namichi kun dubbate eennulle ijjumaa dubbattee hin beeku» jedhanee deebisane.