John 7:48 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worra baallii qabu yookiin Fariisaayota keessaa nami isatti dhugeeffateeru jiraa?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama gudda tokole yokhaani nama Farisayo ka isa d'ugefatu taka agartani?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nama guddaa tokkollee yokaan nama Fariisotaa ka isa dhugeeffatu takka gartanii?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bulchoota yookaan Fariisota keessaa ka isatti amane jiraa?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Bulchoota yookiin Fariisota keessaa ka isatti amane jiraa?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Haa ta'u malee namoota aangoo qaban yookiin Fariisota keessaa ka isatti amanan ni jiranii ree?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra baallii qabu yookiin Fariisaayota keessaa nami isatti dhugeeffateeru jiraa?