John 7:49 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Gumiin seera Muuse'ee hin beenne tun, abaarsa Waaqaa jala jirti!” jedhaneen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo gumiini daalleeni tuni ta Seera Musa imbeenne ya abaaramte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo gumiin daalleen tun ta seera Muusee hinbeenne ya abaaramte” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin seera hin beenne kun abaarama'a!» isaan jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Baniin seera hin beenne kun, abaarama'a!» isaan jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ummanni seera Muse'ee hin beekinne kun dhugamaanuu, ka abaarame.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gumiin seera Muuse'ee hin beenne tun, abaarsa Waaqaa jala jirti!» jedhaneen.