John 7:5 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Obboleeyyan isaatuu isatti hin dhugeeffane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
(Wonti akanatiifi oboleyaani isaleeni isa ind'ugefanne.)
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif obbooleeyyaan isaatiiyyuu isa hindhugeeffanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obboleeyyan isaatuu isatti amananii waan hin jirreef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Obboleeyyan isaatuu isatti amananii waan hin jirreef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana'llee sababaan jedhaniif, obboleeyyan isaatuu isatti waan hin amaniniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obboleeyyan isaatuu isatti hin dhugeeffanne.