John 7:50 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Namichi duraan gara Yesuusii dhaqeeru, ka Fariisaayota keessaa tokko te'e Niqoodemos,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nikodemoni ka qara gara isaa d'aqe, ka ammalle worra suni keesa jiru, waan worraani jed'e,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Niqoodemos ka qaraa gara isaa dhaqe, ka ammallee warra sun keessa jiru, warraan,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan keessaa Niqoodimoos halkaniin firrisee gara isaa dhufee,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan keessaa Niqoodimoos halkaniin firrisee gara isaa dhufee,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Asiin durana gara Yesusii dhaqee ka turee fi worra Fariisota keessaa tokko ka ta'e Niqoodemos,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namichi duraan gara Yesuusii dhaqeeru, ka Fariisaayota keessaa tokko te'e Niqoodemoos,