John 7:51 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Akka seera keennaatitti nama tokko dhage'anee waan inni godheeru adoo hin dhaggin itti muruun hin dande'amaa?” jedhee gaafate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isii aada teenna, ato qara nama dubbi isa d'ageete waan inni tolche inhubatiini wollaala iti imurani?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Isii seerii keenna, nama adoo qaraa dubbii isaa dhageettee waan innii tolche hinhubatin wallaala itti hinmuraa?” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Seerri keenna dura isa irraa uduu hin dhageenne, maal akka godhe uduu hin beenne namatti murteessaa?» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Seerri keenna dura isa irraa uduu hin dhageenne maal akka godhe uduu hin beenne namatti murteessaa?» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Akkaataa seera keennaatiin naminni tokko deebiin himannaa isaa durssee uduu hin dhagayaminii fi maal akka raawwate'llee uduu hin beekkamin, itti ni murtteeffamaa ree?» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Akka seera keennaatitti nama tokko dhage'anee waan inni godheeru adoo hin dhaggin itti muruun hin dande'amaa?» jedhee gaafate.