John 7:52 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan, “Atille nama Galiila'aatii? Barreeffama Woyyicha qorqorii ilaali; raagaan Galiilaa keessaa akka ijjumaa hin kaane hin dhaggita” jedhaneen. [
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan jed'eeni, Atileeni nama Galilayati? T'aafi keesa barbaadi, ilaali, Galilaya keesa raagi imbahu. [
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii ammoo deebisee, “Atilleen nama Galiilaatii? Barreessii keessa barbaadii laali! Galiilaa keessaa raagii hinba'uu” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee deebisanii, «Atillee akkasuma nama Galiila'aatii? Raanni namoota Galiila'aa keessaa akka hin kaane qorii laali» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaanillee deebisanii, «Atillee akkasuma nama Galiila'aatii? Raanni namoota Galiilaa keessaa akka hin kaane qorii laali» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan'llee, «Ati'llee nama gara Galiila'aati moo? Nabyyiin Galiila'aa akka hin muldhanne, qoradhuu, hubadhu!» ni jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan, «Atille nama Galiila'aatii? Barreeffama Woyyicha qorqorii ilaali; raagaan Galiilaa keessaa akka ijjumaa hin kaane hin dhaggita» jedhaneen. [