John 7:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus isaaniin, “Yennaan tiyya ta anaaf teetu ammalle hin geenne. Yennaan martinuu isiniif ta teetu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan worraani jed'e, Hojjaani tiyya qara ingeenne, ammo hojjaani teesani guyya ch'ufa kurfo jirti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus warraan, “Fulaan tiyya qara hingeenne, fulaan teessan ammoo guyyaa cufaa kurfoo jirti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus akkana isaaniin jedhe, «Yeroon kiyya waan hin geenneef hennaan keessan ammo yoo maraa ka tole.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee akkana isaaniin jedhe, «Yeroon kiyya waan hin geenneef, hennaan keessan ammoo yoo maraa ka tole.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee akkana isaaniin ni jedhe, «Yeroon kiyya amma'llee hin geenne, yeroon keessan garuu yoo maraa ka mijaaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus isaaniin, «Yennaan tiyya ta anaaf teetu ammalle hin geenne. Yennaan martinuu isiniif ta teetu.