John 8:10 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni ol jedhee isi'iin, “Dubartii tana, meeti isaan? Nami sitti mure tokkolle hin jiruu?” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni oljennaani waan isiini jed'e, Intala, beeni si himate me? Tokoleeni wollaala siti imurre?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus oljennaan isiin, “Intala, beennii si himate meeti? Namii tokkolleen wallaala sitti hinmurree?” jedhee gaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus ol jedhee dubartii sanii achitti eennuunillee haga dhabe, «Dubartii nana jarri si himatan sunniin meeti? worri sitti murteesse hin jiruu?» isi'iin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee ol jedhee dubartii sanii achitti eennuunillee haga dhabe, «Dubartii nana jarri si himatan sunniin meeti? worri sitti murteesse hin jiruu?» isi'iin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti Yesus ol jedhee, «Dubarttii nana, himattoonni kee eessa jiran? Ka sitti murteesse eennu'llee hin jiruu mitii?» isi'iin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni ol jedhee isi'iin, «Dubartii tana, meet isaan? Nami sitti mure tokkolle hin jiruu?» jedhe.