John 8:17 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Dhugaa bayi nama lamaa, fudhatama qaba jedhantee Seera keessan keessatti barreeffanteerti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Seera keesani keesa waan t'aafani, yo dubbi qorani keesa nami lama d'uga bahe, dubbini suni d'uga jed'ani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Seera keessan keessatti, ‘Yo dubbii qoran keessatti namii lama dhugaa ta'ee, dubbiin sun dhuga’ jedhanii la barreessan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Murtiin namoota lamaa dhugaa akka ta'e seera keessan keessatti barreeffameera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Murtiin namoota lamaa, dhugaa akka ta'e seera keessan keessatti barreeffameera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
ragummaan namoota lamaan dhugaa akka ta'e, seera keessan keessatti barreeffamee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhugaa bayi nama lamaa, fudhatama qaba jedhantee Seera keessan keessatti barreeffanteerti.