John 8:2 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Boruyyaa ganama inni gara Galma Waaqaa deebi'e. Kolbaan marti isa biratti wolitti qabantee, inni gad tee'ee isaan barsiisuu jalqabe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafti bariinaani inni Mana Waaqati deebie. Nami ch'ufti gara isaa d'ufe, duuba inni tae worra barsiise.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Laftii bariinaan innii mana Waaqaatti deebi'e. Namii cuftii gara isaa dhufee, duuba innii taa'ee warra barsiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ganamallee akkasuma gara mana woyyu'uu dhufe; baniin maruu gara isaa dhufan; innillee taa'ee isaan barsiise.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ganamallee akkasuma gara mana woyyu'uu dhufe; baniin maruu gara isaa dhufan; innillee taa'ee isaan barsiise.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Guyyaa itti aanutti ganama obboroo gara Mana Waaqeffanna'aa deebi'ee ni dhufe, ummanni marri'llee gara isaa ni dhufan, inni'llee taa'ee isaan ni barsiisa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Boruyyaa ganama inni gara Galma Waaqaa deebi'e. Kolbaan marti isa biratti wolitti qabantee, inni gad tee'ee isaan barsiisuu jalqabe.