John 8:21 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus ede'eelle, “Ani hin deema; isin ana hin barbaaddan; ammoo cubbuu teessaniin hin duutan. Addee ani dhaqu isin dhaqiisa hin dandeettanu” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni ammalle waan worraani jed'e, Anini gara d'aqa; isani na barbaaddani, ammalle daba keesani keesati dootani. Gara ani d'aqule isani dandeetani ind'uftani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus ammallee warraan, “Anin gara dhaqa, isan na barbaaddan, gara anin dhaquullee isan dandeettanii hindhuftanii, tanaaf cubbuu teessaniin dootan” jedhee isaaniitti dubbate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus ammallee, «Ani hin deema; isinillee na soxxan, cubbuu keessaniin duutan; gara ani dhaqu isin dhufuu hin dandeettan» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus ammallee, «Ani hin deema; isinillee na soxxan, cubbuu keessaniin duutan; gara ani dhaqu isin dhufuu hin dandeettan» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Deebisee'llee Yesus akkana isaaniin ni jedhe, «Ani ni deema, isin'llee ana ni barbaaddan, garuu cubbuu keessaniin ni duutan malee, gara ani deemu isin dhufu'uuf hin danddeettan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus ede'eelle, «Ani hin deema; isin na hin barbaaddan; ammoo cubbuu teessaniin hin duutan. Addee ani dhaqu isin dhaqiisa hin dandeettanu» isaaniin jedhe.