John 8:22 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre Yihudooti, “Inni ‘Addee ani dhaqu isin dhaqiisa hin dandeettanu’ jedha. Wonni akkana jedhuuf inni ifi ijjeesaaraa laati?” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yahudiini waan jette, Inni waan jed'u, Gara ani d'aqu dandeetani ind'uftani jed'a. Isii, inni ufi ijeesu fed'a?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yihudiin, “Innii ufii ijjeesuu fedhaa, ‘Gara anin dhaqu dandeettanii hindhuftan’ jedhaa?” jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yihuudonnillee, « ‹Gara ani dhaqu isin dhufuu hin dandeettan› jechuun isaa uf ajjeesaa laata?» hin beennu jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yihuudonnillee, « ‹Gara ani dhaqu isin dhufuu hin dandeettan› jechuun isaa uf ajjeesaa laata?» hin beennu jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoonni worra Yihudotaa ka aangoo qaban'llee, «Gara ani deemu isin dhufu'uuf hin danddeettan jechuun isaa, mataa isaa ajjeesu'uuf ta'innaa laata?» woliin jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Yihudooti, «Inni ‹Addee ani dhaqu isin dhaqiisa hin dandeettanu› jedha. Wonni akkana jedhuuf inni ifi ijjeesaaraa laati?» jedhane.