John 8:27 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan marroo Abba'aa akka Yesuus isaanitti dubbatiisatti jiru hin hubanne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri aka inni Abba baane imid'aafanne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii akka innii Abbaa baane hinmidhaaffanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan Aabbaa akka isaanitti hime isaan hin hubanne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan Aabbaa akka isaanitti hime isaan hin hubanne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan garuu waayee Waaqa Abba'aa akka isaanitti dubbate, isaaniif hin galle.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan marroo Abba'aa akka Yesuus isaanitti dubbatiisatti jiru hin hubanne.