John 8:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Barsiisoti Seeraatii fi Fariisaayoti dubartii gaarayyeeffata irratti qabante takka ol seensisanee, fuula isaan maraa dura dhaabbachiisanee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jara Seera beekhufi Farisayooni niiti sharmut'iti toko ta ato isiini nama woliini raftu qabde isatiini d'ufte, jiddu biyyatiini geete,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jara seera beekuu fi Fariisotii niitii shaarmuxittii yokaan algaltittii takka adoo isiin nama waliin raftuu qabdee isaattiin dhuftee, jidduu biyyaa dhaabachiisan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Barsiisonninii fi Fariisonni dubartii seebaru'uun qabamte takka gara isaa fidan; isii wodhakkaa dhaabsisanii,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Barsiisonninii fi Fariisonni dubartii seebaru'uun qabamte takka gara isaa fidan, isii wodhakkaa dhaabsisanii,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Barsiisonni seeraatii fi Fariisonni dubarttii uduu sagaagalttu qabamtte fidaniiti, ummata jidduu ni dhaabachiisaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barsiisoti Seeraatii fi Fariisaayoti dubartii gaarayyeeffata irratti qabante takka ol seensisanee, fuula isaan maraa dura dhaabbachiisanee,