John 8:30 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Akkuma Yesuus tana dubbateen worri hedduun isatti dhugeeffate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan kana jennaani nami hedduuni isa d'ugefate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii waan kana jennaan namii hedduun isa dhugeeffate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa inni kana dubbate heddu isaanii isatti amanan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa inni kana dubbate heddu isaanii isatti amanan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus kana yeroo dubbatetti namoonni baayi'een isatti, ni amanan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma Yesuus tana dubbateen worri hedduun isatti dhugeeffate.
Recommended Reading