John 8:35 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Garbichi yennaa mara maatii goottaa ifii woliin hin le'u; ilmi ammoo yennaa mara maatii san woliin le'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tisseeni mana keesa guyya ch'ufa inteetu, ammo ilmi guyya ch'ufa taa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Garbichii yo cufaa mana keessa hintaa'u, ammoo ilmii yo cufaa inta'aa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garbichi baraa haga bara baraa mana keessa hin jiraatu. Ilmi ammo haga bara baraa jiraata.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Garbichillee baraa haga bara baraa mana keessa hin jiraatu. Ilmi ammoo haga bara baraa jiraata.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
garbichi yeroo maraa mana keessa hin jiraatu, ilmi garuu yeroo maraa mana keessa ni jiraata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Garbichi yennaa mara maatii goottaa ifii woliin hin le'u; ilmi ammoo yennaa mara maatii san woliin le'a.