John 8:36 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ilmi yoo bilisa isin baase, isin dhugumaan bilisa hin baatan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo Ilmi isani balchoomse aka d'uga balchoomtani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo Ilmii isan balchoomse akka dhugaa balchoomtan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa Ilmi yoo bilisa isin baase, dhugamaan bilisa baatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eeganaa Ilmi yoo bilisa isin baase, dhugamaan bilisa baatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf Ilmi bilisa eega isin baase, dhugamaanuu bilisa ni taatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmi yoo bilisa isin baase, isin dhugumaan bilisa hin baatan.