John 8:38 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ani waan Abbaa kiyya biratti dhagge dubbadha; isin ammoo waan abbaa keessan irraa dhageettane gootan” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan fulla Abba kiyyati arge dubbad'a, isanileeni waan abba keesani ira d'ageetani tolchitani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin waan fulaa Abbaa kiyyaatti arge dubbadha, isanilleen waan abbaa keessan irraa dhageettan tolchitan” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani waan Abbaa kiyya biratti arge dubbadha. Isinillee akkasuma waan abbaa keessan irraa dhageettan gootan.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ani waan Abbaa kiyya biratti arge dubbadha. Isinillee akkasuma waan abbaa keessan irraa dhageettan gootan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ani waan Abbaa kiyya irraa arge ni dubbadha, isin garuu waan abbaa keessan irraa argitan, ni raawwattan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani waan Abbaa kiyya biratti dhagge dubbadha; isin ammoo waan abbaa keessan irraa dhageettane gootan» jedhe.