John 8:4 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuusiin, “Barsiisa'a, dubartiin tun gaarayyeeffata irratti qabanteerti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan isaani jette, Aabbo niiti tana ato isiini nama d'iiratini raftu qabani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isaan ammoo Yesusiin, “Aabboo niitii tana adoo isiin nama dhiiraa waliin raftuu qaban.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuusiin, «Barsiisaa'a! dubartiin tun ta seebartu; kanaaf qabnee sitti finne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusiin, «Barsiisaa'a, dubartiin ta seebartu kanaaf qabnee sitti finne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesusiin'llee akkana ni jedhaniin, «Yaa barsiisaa, kunoo, dubarttiin tun uduu sagaagalttu qabamttee jirtti,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuusiin, «Barsiisa'a, dubartiin tun gaarayyeeffata irratti qabanteerti.