John 8:41 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isin waan abbaan keessan huju hujatiisatti jirtan” jedhe. Isaan deebisanee, “Nuuti ijoollee abbeera'aatii moti; Abbaan nuuti qannu Waaqa tokkocha qofa” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani huji Abba keesani tolchitani jed'e. Worri waan jed'eeni, Aberaani nu ind'alchine, Abba toko ch'alla qamna, Waaqa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isan hujjii abbaa keessanii hojjattan” isaaniin jedhe. Warrii ammoo, “Abberaan nu hindhalchine, abbaa tokko callaa qamna, sulleen Waaqaa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin hujii Abbaa keessanii hojjattan» isaaniin jedhe. Isaan, «Nu ammo ta seebartu irraa hin dhalanne, Abbaa tokko qabna; Innillee Rabbi» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin hujii Abbaa keessanii hojjattan» isaaniin jedhe. «Nu ammoo ta seebartu irraa hin dhalanne, Abbaa tokko qabna; Innillee Rabbi» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa isin ka hojjattan hujii abbaa keessaniiti.» Isaan'llee, «Nu'u sagaagalumma'aan diqaalota dhalannee miti, abbaa tokko ni qabnna, inni'llee Waaqa» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin waan abbaan keessan huju hujatiisatti jirtan» jedhe. Isaan deebisanee, «Nuuti ijoollee abbeera'aatii moti; Abbaan nuuti qannu Waaqa tokkocha qofa» jedhane.