John 8:45 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ani ammoo waan dhugaa dubbadhuuf, isin anatti hin dhugeeffattanu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo waan anini d'uga dubbad'uufi na d'ugefachu diddani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo waan anin dhuga dubbadhuuf na dhugeeffachuu diddan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani ammo waan dhugaa dubbadhuuf na hin amantan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ani ammoo waan dhugaa dubbadhuuf na hin amantan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ani garuu dhugaa waan dubbadhuuf ana hin amantan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani ammoo waan dhugaa dubbadhuuf, isin natti hin dhugeeffattanu.