John 8:46 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isin keessaa nami yakkaa cubbu'uu anatti muru eennu? Ani dhugaa yoo dubbadhu, isin maaf ana hin dhugeeffanne ree?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani kana keesa eennuti anaa daba tolchu taka arge? Yo ani d'uga dubbad'e, isani maafi na ind'ugefanne?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isanii kana keessaa eennuutti takka anaa cubbuu hojjatuu arge? Isan yo anin dhuga dubbadhe, maaf na hindhugeeffanne?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin keessaa waan cubbu'uutiif ka ana himatu eennu? Yoo ka dhugaa dubbadhu ta'e, isin maaf na hin amanne?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin keessaa waan cubbu'uutiif ka na himatu eennu? Yoo ka dhugaa dubadhu ta'e, isin maaf na hin amanne?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Haa ta'u malee isin keessaa, ‹ati cubbama'a› jedhee ka ana gilndisu eennu? Dhugaa ka dubbadhu yoo ta'e eegaa, isin maali'iif ana hin amanne?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin keessaa nami yakkaa cubbu'uu natti muru eennu? Ani dhugaa yoo dubbadhu, isin maaf ana hin dhugeeffanne ree?