John 8:47 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ka Waaqaa ka te'e, jecha Waaqaa hin dhage'a. Te'uu malee, isin ka Waaqaa waan hin te'iniif, hin dhageettannu” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami Waaqaa dubbi Waaqaa d'agaya, waan kanaafi isani ind'ageenne, waan isani ka Waaqaa intahiiniifi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii Waaqaa dubbii Waaqaa dhaga'aa, isan ammoo waan ka Waaqaa hinta'iiniif, dubbii isaa hindhageettan” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka Rabbiin irraa ta'e, dubbii Rabbii dhagaya; isin worra Rabbii waan hin taaneef hin dhageettan.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka Rabbiin irraa ta'e, dubbii Rabbii dhagaya; isin worra Rabbii waan hin taaneef, hin dhageettan.»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ka Waaqaa irraa ta'e dubbii Waaqaa ni dhagaya, eegaa isin dubbii Waaqaa ka hin dhageenneef, Waaqaa irraa waan hin ta'iniif.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka Waaqaa ka te'e, jecha Waaqaa hin dhage'a. Te'uu malee, isin ka Waaqaa waan hin te'iniif, hin dhageettanu» jedhe.