John 8:48 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yihudooti deebisanee, “Ati nama samaariya'aati; durriisalle ifi keessaa qadda jechuun keenna dhuga'aa motii?” Yesuusiin jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yahudiini waan Yesoni jette, Aki nu, Atini nama Samariati ammalle jinni qabda jenne d'uganiti?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yihudiin Yesusii deebichee, “Akkii nu atin nama Samaariyaati, ammallee jinnii qabda jenne dhuganitii?” jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yihuudonni deebisanii, «Ati nama Samaariya'aa akka taate; jinniin si keessa jira jechuun keenna mishaa jennee mii?» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yihuudonni deebisanii, «Ati nama Samaariya'aa akka taate; jinniin si keessa jira jechuun keenna mishaa jennee mii?» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yihudonni, «Ati Samaariyicha, sheexana'llee ni qabdda jechuun keenna, sirri'ii mitii ree?» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yihudooti deebisanee, «Ati nama samaariya'aa ti; durriisalle ifi keessaa qadda jechuun keenna dhuga'aa motii?» Yesuusiin jedhane.